• kutaa lammafa barreefamako
    Abbankos akkas na jechun na deebise.....
    Ilmako harmenke guyya guutu dadhaba olte dhufte yerro aara galfachu qabduti unuuf wanta nyaanu nuuf hojjechuti kaate... kan isheen nyaata sana nuuf hojjette nyata hojjechu walalte osso hin tahin wanta baayye dadhbdefi jechun na deebisun hasaha issale itti fufe...
    qiixan gubbatan nama hin midhu hassahi ifnaf dubbidhan guute garra nama cabsa... kanafu hasaha hin tanen harmeke midhura qiixa gubbata nyadhe harmeke kofalchisu naaf wayya. yerro hunduma wanta jennuf of eggano gochu qabna. dubbin afaani baatef yerron darbite garrati hin deebihu ??
    jedhi nagaan buli ilmako ????
    post-img
    Comments: 0 Reposts: 0
  • Guyya tokko harmenko iddo olma hojji isheti dadhabe galte hirbata nu hojjeti turte.
    anis Abbanko gordubba tegna ture... daqiqa muraasa bodas nyaata nu fide nyati ishen nu fiddes hanqaqu fi qiixa gubbata nu fidde ?... anis nasudhan gara abbako ilaale ? no dhekkama jedhen sodachuti kahe?...
    Abbankos callise nyachuti kahe wanta tokko ille ittu hin aarin?. gaafi nati tahe ittu tumurin harmenkos argite naate? Dhifama maalo jette naate ittu hin tumurin, man biraan sinni hojjedha jette. Abbankos lakki aniko Qiixa gubbate nan jaladha jedhen bayye itti tole nyaate. anis heddu na dinqe.
    hundi Kenya gara iddo ciisicha kenya dhaqne anis ittun hin raffin abbanko na birra dhufe nagaan buli jedhe yerro na dhugachuf garrako dhufu, "BAABA sila malif qiixa gubbata nyaachu na jaalladha jette?
    post-img
    Comments: 0 Reposts: 0
  • jirenya jiraachun kan egalamu yerro kam?
    Comments: 0 Reposts: 0
  • Ifti dukkana akkasumale Dukkani Ifa tahu hin dandahu.
    nan sobe?
    Comments: 0 Reposts: 0
  • ifa qofa ilalutu namaf taha Amma.
    post-img
    Comments: 0 Reposts: 0
  • A perfect example that being alone is much better than being with the wrong one.
    can I gate ❤
    post-img
    Comments: 0 Reposts: 0
  • Na duuka dhabadhaka akkan beekamuti.
    Comments: 2 Reposts: 0