• Nafyad Getu 8months ago

      Ogummaafi Oromummaan waliin miidhaga

    Comments: 0 Reposts: 0
  • shamarran garaa nama nyaatu(Girls eat stomach)
    Comments: 0 Reposts: 0
    • Caalaa Boruu 8months ago

      #Injifannoo_WBO
      Guyaa har'aa jechuunis sadasa 16,2020 WBOn duula humna faashistii Oromiyaa keessaa qulqulleessuu akkuma itti fufetti jira.
      Haaluma kanaan WBOn wallagga bahaa aanaa Eebantuu keessa socho'u Cibraa OdaaBulluq humni addaa Urjii lola keessaa injifannoo addaa humna shiftaa Abiyyoot, RIB jettee of waamtu irratti galmeessisee jira.
      Gootichi waraana Bilisummaa Oromoo humni addaa Urjii lola keessaa humna shiftaa uummata dararuuf konkolaataa 3F 8 tiin deemtu aanaa Eebantuu ganda Qeelloo bakka addaa Gaara Goobuu fi Biyoo kutee jedhamutti sa'aa 10:30 irratti haxxee hidhee diina 3F 6 irra jirtu guutummaatti daaresseera.
      Lolli hanga Oromiyaan bilisoomtutti itti fufa.
      IUOf!!

    Comments: 0 Reposts: 0
  • Giraa nu aggaabba'e waanti kun
    Comments: 0 Reposts: 0