• Siraaj Tekkoo 12months ago

      #Inna_lillah_wainna_ileyhi_raajiuun!
      Obboleessa qabsaa'aa gameessa Oromoo obbo #Yaya_Bashir ta'uuf qofa torbee dabre Rasaasa afuriin rukutamee Hospitaala Jimmatti yaalamaa Kan ture obboleessi Yaya Bashir Obbo #Gaalib_Abbaa_Saambii guyyaa har'aa lubbuun isaa dabartee jirti. Rabbiin obboleessa isaa Yaya Bashiiri akkasuma firaa fi ahlii isaanii maraaf sabrii haa kennuuf!.
      Insha Allah dhiigne kee marga bilisummaa ta'ee marga!

    Comments: 0 Reposts: 0
  • jiraa jirtuu ijolee oromo ko ❤️
    Comments: 0 Reposts: 0
    • Danny Atomsa 12months ago

      Kutannoon kee, jaalala ati Orommummaaf qabdu fi dandeettiin kee gita hin qabu. Hojiin ati tokkummaa Oromoo cimsuu irratti hojjatte hin dagatamu.
      Jechoonni si ibsu hin danda'an!
      #Jawaar_Mohammed

    Comments: 0 Reposts: 0