Gaaffi kana kan mo'ate 150MB argata.
1) Jeneral Taaddasaa Birruu bara kam dhalate?
2) Jawaar yeroo amma kana eessa jira?
3) Facebook irratti dr cabsaa jedhamuun kan beekamu eenyu?
4) OMN Bara kam hojii jalqabe?
5) Maxxansa(poostii) koo keessaa tokko filadhu
#Qoodi(share) godhi
Namni dafee deebii kana deebise 250MB argata.
Nama mo'ate bor isin beeksisna.