Hayyee Ammayyotaa,
Amayya bilbilaa tii gara bilbilaatti (Bluetooth, Xender, Cshare and etc) waliif hin dabarsinaa | waliif hin qoodinaa.
Fayyadamaan kam iyyuu download gochuu qaba. Namni #amayya fayyadamu latest version isaa
tti fayyadamuu qaba. Kunis dogoggora hambisuuf.
Nuyi Ammayyoota.
Galatoomaa.